LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 24:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yihowaanis Museedhaan, “Gaaricha irratti gara kootti ol baʼiitii achi turi. Gabateewwan dhagaa seerichaa fi ajaja isa qajeelfama akka isaaniif taʼuuf ani irratti barreessu sana siif nan kenna”+ jedhe.

  • Baʼuu 31:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Waaqayyos Gaara Siinaa irratti isaa wajjin dubbatee akkuma xumureen, gabateewwan Dhugaa Baatuu+ lama, jechuunis gabateewwan dhagaa quba Waaqayyootiin+ irratti barreeffame sana Museetti ni kenne.

  • Baʼuu 32:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Museenis buufatichatti dhihaatee jabbii+ sanaa fi sirba isaanii akkuma argeen, aariin isaa ni bobaʼe; achiis gabateewwan harka isaa irra jiran sana darbatee gaaricha jalatti caccabse.+

  • Baʼuu 34:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Gabateewwan dhagaa warra jalqabaa fakkaatan lama boci;+ anis gabateewwan kana irratti jechoota gabateewwan dhagaa warra jalqabaa warra ati caccabsite+ sana irra turan nan barreessa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi