LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 9:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yommuu isaan siidaa jabbii sibiilaa* ofii isaaniitiif hojjetanii, ‘Kun Waaqa kee isa Gibxii keessaa si baase dha’+ jechuudhaan gocha tuffii guddaa argisiisu raawwatanitti illee,

  • Faarfannaa 106:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Isaan Horeeb keessatti jabbii tolchan,

      Siidaa sibiilaatiifis* ni sagadan;+

      20 Ulfina koos

      Bifa qotiyyoo marga dheeduutti jijjiiran.+

  • Hojii Ergamootaa 7:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Kanaafuu, guyyoota sanatti jabbii tokko tolchanii, waaqa tolfame kanaaf aarsaa dhiheessan; hojii harka isaaniitiinis gammaduu jalqaban.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi