-
Baʼuu 32:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kanaafuu, isaan guyyaa itti aanu ganamaan kaʼanii aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan gamtaa dhiheessuu jalqaban. Sana booda sabichi nyaachuu fi dhuguuf ni taaʼe. Achiis sirbuudhaaf ol ni kaʼe.+
-