LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 9:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Achiis yommuun ol jedhee ilaalu isin Waaqa keessan Yihowaa irratti cubbuu hojjechuu keessan nan arge! Isin sibiila irraa ofii keessaniif jabbii tolfattanii turtan. Daandii Yihowaan akka hordoftan isin ajaje irraas hatattamaan gortanii turtan.+

  • Isaayyaas 46:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Warri boorsaa isaanii keessaa warqii harcaasan jiru;

      Isaan madaallii irratti meetii ni madaalu.

      Nama sibiila tumu ni mindeessu, innis waaqa godhee isa tolcha.+

      Achiis isaaf ni sagadu, eeyyee, isa ni waaqeffatu.*+

  • Hojii Ergamootaa 7:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Kanaafuu, guyyoota sanatti jabbii tokko tolchanii, waaqa tolfame kanaaf aarsaa dhiheessan; hojii harka isaaniitiinis gammaduu jalqaban.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi