Baʼuu 20:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Wanta ol gubbaa samii keessa jiru yookiin gad lafa irra jiru yookiin lafa jala bishaan keessa jiru kam iyyuu fakkeessitee ofii keetiif fakkii bocame yookiin fakkii kan biraa hin tolfatin.+ Nahimiyaa 9:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Yommuu isaan siidaa jabbii sibiilaa* ofii isaaniitiif hojjetanii, ‘Kun Waaqa kee isa Gibxii keessaa si baase dha’+ jechuudhaan gocha tuffii guddaa argisiisu raawwatanitti illee, Faarfannaa 106:19, 20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Isaan Horeeb keessatti jabbii tolchan,Siidaa sibiilaatiifis* ni sagadan;+20 Ulfina koosBifa qotiyyoo marga dheeduutti jijjiiran.+
4 “Wanta ol gubbaa samii keessa jiru yookiin gad lafa irra jiru yookiin lafa jala bishaan keessa jiru kam iyyuu fakkeessitee ofii keetiif fakkii bocame yookiin fakkii kan biraa hin tolfatin.+
18 Yommuu isaan siidaa jabbii sibiilaa* ofii isaaniitiif hojjetanii, ‘Kun Waaqa kee isa Gibxii keessaa si baase dha’+ jechuudhaan gocha tuffii guddaa argisiisu raawwatanitti illee,
19 Isaan Horeeb keessatti jabbii tolchan,Siidaa sibiilaatiifis* ni sagadan;+20 Ulfina koosBifa qotiyyoo marga dheeduutti jijjiiran.+