12 achiis Yihowaan, ‘Sabni kee warri ati biyya Gibxiitii baaste sun waan of xureessaniif, kaʼi, dafiitii gad buʼi.+ Isaan daandii ani akka irra deeman isaan ajaje irraa hatattamaan jalʼataniiru. Ofii isaaniitiifis sibiila irraa fakkii tolfataniiru’+ naan jedhe.