LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 24:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yihowaanis Museedhaan, “Gaaricha irratti gara kootti ol baʼiitii achi turi. Gabateewwan dhagaa seerichaa fi ajaja isa qajeelfama akka isaaniif taʼuuf ani irratti barreessu sana siif nan kenna”+ jedhe.

  • Baʼuu 32:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Achiis Museen gabateewwan Dhugaa Baatuu+ lamaan sana harka isaatti qabatee+ deebiʼee gaaricha irraa gad ni buʼe. Gabateewwan sun karaa lamaan kan irratti bocame turan; fuulduraa fi duubaan kan irratti barreeffame turan.

  • Keessa Deebii 4:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Innis kakuu isaa isa akka eegdan isin ajaje sana, jechuunis Ajajawwan Kurnan*+ sana isiniif ni labse.+ Achiis gabateewwan dhagaa lama irratti isaan barreesse.+

  • Keessa Deebii 9:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Anis deebiʼee utuma gaarri sun bobaʼaa jiruu gaaricha irraa gad nan buʼe;+ gabateewwan kakuu lamaanis harka koo lamaanitti qabadheen ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi