Baʼuu 20:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Museenis sabichaan, “Hin sodaatinaa; Waaqni keessan kan dhufe isa sodaachuu keessan itti fufuudhaan akka isin cubbuu hin hojjenne+ isin qoruufi”+ jedhe. Keessa Deebii 5:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Isaan yeroo hundumaa garaa na sodaachuu+ fi ajajawwan koo hundumaa eeguu+ barbaadu utuu qabaatanii akkam gaarii ture! Silaa isaaniifis taʼe ilmaan isaaniitiif bara baraaf gaarii taʼa ture.+
20 Museenis sabichaan, “Hin sodaatinaa; Waaqni keessan kan dhufe isa sodaachuu keessan itti fufuudhaan akka isin cubbuu hin hojjenne+ isin qoruufi”+ jedhe.
29 Isaan yeroo hundumaa garaa na sodaachuu+ fi ajajawwan koo hundumaa eeguu+ barbaadu utuu qabaatanii akkam gaarii ture! Silaa isaaniifis taʼe ilmaan isaaniitiif bara baraaf gaarii taʼa ture.+