Fakkeenya 4:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni akkana jedhee na barsiiseera: “Garaan kee dubbii koo cimsee haa qabatu.+ Ajajawwan koo eegi, lubbuudhaanis ni jiraatta.+ Fakkeenya 7:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ajajawwan koo eegi, lubbuudhaanis jiraadhu;+Akkuma qaroo ija keetiitti barumsa* koo eegi. Lallaba 12:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Xumurri wanta dhagaʼame hundumaa kana dha: Waaqa dhugaa sodaadhu,+ ajajawwan isaas eegi;+ kun guutummaa dirqama namaa ti.+ Isaayyaas 48:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Ajajawwan koo xiyyeeffannaadhaan utuu dhageesseetta taʼee akkam gaarii ture!+ Silaa nagaan kee akkuma lagaa,+Qajeelummaan kees akkuma dambalii galaanaa ni taʼa.+ 1 Yohaannis 5:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Waaqayyoon jaallachuu jechuun ajajawwan isaa eeguu dha;+ ajajawwan isaa immoo baʼaa ulfaatoo miti;+
4 Inni akkana jedhee na barsiiseera: “Garaan kee dubbii koo cimsee haa qabatu.+ Ajajawwan koo eegi, lubbuudhaanis ni jiraatta.+
13 Xumurri wanta dhagaʼame hundumaa kana dha: Waaqa dhugaa sodaadhu,+ ajajawwan isaas eegi;+ kun guutummaa dirqama namaa ti.+
18 Ajajawwan koo xiyyeeffannaadhaan utuu dhageesseetta taʼee akkam gaarii ture!+ Silaa nagaan kee akkuma lagaa,+Qajeelummaan kees akkuma dambalii galaanaa ni taʼa.+
3 Waaqayyoon jaallachuu jechuun ajajawwan isaa eeguu dha;+ ajajawwan isaa immoo baʼaa ulfaatoo miti;+