Keessa Deebii 5:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Isaan yeroo hundumaa garaa na sodaachuu+ fi ajajawwan koo hundumaa eeguu+ barbaadu utuu qabaatanii akkam gaarii ture! Silaa isaaniifis taʼe ilmaan isaaniitiif bara baraaf gaarii taʼa ture.+ Faarfannaa 81:13, 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Maal taʼa sabni koo utuu na dhagaʼeera taʼee,+Israaʼel daandiiwwan koo irra utuu deemeera taʼee!+ 14 Silaa ani dafee diinonni isaanii akka isaaniif bitaman nan godha,Harka koos hamajaajii isaanii irratti nan kaasan ture.+
29 Isaan yeroo hundumaa garaa na sodaachuu+ fi ajajawwan koo hundumaa eeguu+ barbaadu utuu qabaatanii akkam gaarii ture! Silaa isaaniifis taʼe ilmaan isaaniitiif bara baraaf gaarii taʼa ture.+
13 Maal taʼa sabni koo utuu na dhagaʼeera taʼee,+Israaʼel daandiiwwan koo irra utuu deemeera taʼee!+ 14 Silaa ani dafee diinonni isaanii akka isaaniif bitaman nan godha,Harka koos hamajaajii isaanii irratti nan kaasan ture.+