LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 10:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Yaa Israaʼel, Waaqni kee Yihowaan maal si irraa barbaada?+ Wanti inni si irraa barbaadu, Waaqa kee Yihowaa akka sodaattu,+ daandiiwwan isaa hundumaa irra akka deemtu,+ akka isa jaallattu, garaa kee guutuu fi lubbuu* kee guutuudhaan Waaqa kee Yihowaa akka tajaajiltu,+

  • Iyyoob 28:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Namaanis akkana jedhe:

      ‘Kunoo, Yihowaa sodaachuun ogummaa dha,+

      Wanta hamaa irraa deebiʼuunis hubannaa dha.’”+

  • Fakkeenya 1:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yihowaa sodaachuun* jalqaba beekumsaa ti.+

      Gowwoonni garuu ogummaa fi adaba ni tuffatu.+

  • Maatewos 10:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Warra foon ajjeesuu malee lubbuu* ajjeesuu hin dandeenye hin sodaatinaa;+ kanaa mannaa, isa lubbuus taʼe foon Gahaannam* keessatti balleessuu dandaʼu sana sodaadhaa.+

  • 1 Pheexiros 2:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Namoota akaakuu hundumaa kabajaa,+ guutummaa waldaa obbolootaatiif* jaalala qabaadhaa,+ Waaqa sodaadhaa,+ mootii kabajaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi