-
Luqaas 12:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Kana malees, michoota koo,+ ani isiniin nan jedha, warra foon ajjeesuudhaan alatti sana caalaa homaa gochuu hin dandeenye+ hin sodaatinaa. 5 Garuu isa sodaachuu qabdan isinitti nan argisiisa: Isa erga ajjeesee booda Gahaannam* keessatti darbachuuf aangoo qabu sana sodaadhaa.+ Eeyyee, ani isinitti nan hima, isa sodaadhaa.+
-
-
Ibroota 10:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
31 Harka Waaqa jiraataa keessatti kufuun wanta nama sodaachisu dha.
-