Maatewos 10:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Warra foon ajjeesuu malee lubbuu* ajjeesuu hin dandeenye hin sodaatinaa;+ kanaa mannaa, isa lubbuus taʼe foon Gahaannam* keessatti balleessuu dandaʼu sana sodaadhaa.+
28 Warra foon ajjeesuu malee lubbuu* ajjeesuu hin dandeenye hin sodaatinaa;+ kanaa mannaa, isa lubbuus taʼe foon Gahaannam* keessatti balleessuu dandaʼu sana sodaadhaa.+