Iyyoob 28:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Namaanis akkana jedhe: ‘Kunoo, Yihowaa sodaachuun ogummaa dha,+Wanta hamaa irraa deebiʼuunis hubannaa dha.’”+ Fakkeenya 9:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaa sodaachuun, jalqaba ogummaa ti,+Isa Hundumaa Caalaa Qulqulluu taʼe sana beekuunis+ hubannaa dha.
28 Namaanis akkana jedhe: ‘Kunoo, Yihowaa sodaachuun ogummaa dha,+Wanta hamaa irraa deebiʼuunis hubannaa dha.’”+
10 Yihowaa sodaachuun, jalqaba ogummaa ti,+Isa Hundumaa Caalaa Qulqulluu taʼe sana beekuunis+ hubannaa dha.