Keessa Deebii 6:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Atis Waaqa kee Yihowaa garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan,+ humna* kee guutuudhaanis jaalladhu.+ Luqaas 10:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Namichis deebisee, “‘Waaqa kee Yihowaa* garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan, sammuu kee guutuudhaanis jaalladhu,’+ akkasumas ‘nama* akka ofii keetti jaalladhu’”+ jedhe.
5 Atis Waaqa kee Yihowaa garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan,+ humna* kee guutuudhaanis jaalladhu.+
27 Namichis deebisee, “‘Waaqa kee Yihowaa* garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan, sammuu kee guutuudhaanis jaalladhu,’+ akkasumas ‘nama* akka ofii keetti jaalladhu’”+ jedhe.