Leewwota 19:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “‘Ilmaan saba keetii irratti haaloo hin baʼin+ yookiin haaloo itti hin qabatin; nama akka ofii keetti jaalladhu.+ Ani Yihowaa dha. Maatewos 19:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 abbaa kee fi haadha tee kabaji,+ akkasumas nama* akka ofii keetti jaalladhu.”+ Roomaa 13:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Seerri, “Hin ejjin,+ hin ajjeesin,+ hin hatin,+ hin gomjaʼin”+ jedhus taʼe, ajajni kan biraan kam iyyuu ajaja, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu keessatti walitti qabamaniiru. Galaatiyaa 5:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Sababiin isaas, guutummaan Seerichaa ajaja tokko, jechuunis ajaja, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu keessatti walitti qabameera. Yaaqoob 2:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Akka Kitaabonni Qulqulluun jedhanitti, seera mootii isa, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu hojii irra kan oolchitan yoo taʼe gaarii gochaa jirtu.
18 “‘Ilmaan saba keetii irratti haaloo hin baʼin+ yookiin haaloo itti hin qabatin; nama akka ofii keetti jaalladhu.+ Ani Yihowaa dha.
9 Seerri, “Hin ejjin,+ hin ajjeesin,+ hin hatin,+ hin gomjaʼin”+ jedhus taʼe, ajajni kan biraan kam iyyuu ajaja, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu keessatti walitti qabamaniiru.
14 Sababiin isaas, guutummaan Seerichaa ajaja tokko, jechuunis ajaja, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu keessatti walitti qabameera.
8 Akka Kitaabonni Qulqulluun jedhanitti, seera mootii isa, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu hojii irra kan oolchitan yoo taʼe gaarii gochaa jirtu.