LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “‘Ilmaan saba keetii irratti haaloo hin baʼin+ yookiin haaloo itti hin qabatin; nama akka ofii keetti jaalladhu.+ Ani Yihowaa dha.

  • Maatewos 7:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Kanaafuu, wanta namoonni akka isiniif godhan barbaaddan hundumaa isinis isaaniif godhaa.+ Wanti Seerichii fi Raajonni jedhanis kanuma.+

  • Maatewos 22:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Ajajni inni lammataas kanaa wajjin wal fakkaata; innis, ‘Nama* akka ofii keetti jaalladhu’+ jedha.

  • Roomaa 13:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Wal jaallachuu malee idaan eenyuu iyyuu isin irra hin jiraatin;+ sababiin isaas, namni nama jaallatu hundi seericha raawwateera.+ 9 Seerri, “Hin ejjin,+ hin ajjeesin,+ hin hatin,+ hin gomjaʼin”+ jedhus taʼe, ajajni kan biraan kam iyyuu ajaja, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu keessatti walitti qabamaniiru.

  • Yaaqoob 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Akka Kitaabonni Qulqulluun jedhanitti, seera mootii isa, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu hojii irra kan oolchitan yoo taʼe gaarii gochaa jirtu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi