LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 19:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 “‘Ilmaan saba keetii irratti haaloo hin baʼin+ yookiin haaloo itti hin qabatin; nama akka ofii keetti jaalladhu.+ Ani Yihowaa dha.

  • Maarqos 12:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Ajajni inni lammataas, ‘Nama* akka ofii keetti jaalladhu’+ kan jedhu dha. Ajajni ajajawwan kana irra caalu kan biraan hin jiru.”

  • Luqaas 10:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Namichis deebisee, “‘Waaqa kee Yihowaa* garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan, sammuu kee guutuudhaanis jaalladhu,’+ akkasumas ‘nama* akka ofii keetti jaalladhu’”+ jedhe.

  • Qolosaayis 3:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Wantoota kana hundumaa malees, jaalala uffadhaa;+ sababiin isaas, jaalalli tokkummaadhaan namoota walitti hidha.+

  • Yaaqoob 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Akka Kitaabonni Qulqulluun jedhanitti, seera mootii isa, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu hojii irra kan oolchitan yoo taʼe gaarii gochaa jirtu.

  • 1 Pheexiros 1:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Egaa jaalala obbolummaa fakkeessaa hin qabneen+ dhugaadhaaf ajajamuudhaan waan of* qulqulleessitaniif, cimsaa garaadhaa wal jaalladhaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi