Leewwota 19:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “‘Ilmaan saba keetii irratti haaloo hin baʼin+ yookiin haaloo itti hin qabatin; nama akka ofii keetti jaalladhu.+ Ani Yihowaa dha. Maatewos 22:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Ajajni inni lammataas kanaa wajjin wal fakkaata; innis, ‘Nama* akka ofii keetti jaalladhu’+ jedha. Roomaa 13:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Jaalalli wanta hamaa nama irratti hin hojjetu;+ kanaafuu, namni nama jaallatu seericha akka gaariitti raawwata.+
18 “‘Ilmaan saba keetii irratti haaloo hin baʼin+ yookiin haaloo itti hin qabatin; nama akka ofii keetti jaalladhu.+ Ani Yihowaa dha.
39 Ajajni inni lammataas kanaa wajjin wal fakkaata; innis, ‘Nama* akka ofii keetti jaalladhu’+ jedha.
10 Jaalalli wanta hamaa nama irratti hin hojjetu;+ kanaafuu, namni nama jaallatu seericha akka gaariitti raawwata.+