LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 5:43, 44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 “‘Michuu* kee jaalladhu,+ diina kee jibbi’ akka jedhame dhageessaniittu. 44 Ani garuu isiniin nan jedha, diinota keessan jaallachuu+ fi warra isin ariʼataniif kadhachuu keessan itti fufaa;+

  • Maatewos 22:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Ajajni inni lammataas kanaa wajjin wal fakkaata; innis, ‘Nama* akka ofii keetti jaalladhu’+ jedha.

  • Roomaa 13:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Seerri, “Hin ejjin,+ hin ajjeesin,+ hin hatin,+ hin gomjaʼin”+ jedhus taʼe, ajajni kan biraan kam iyyuu ajaja, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu keessatti walitti qabamaniiru.

  • Galaatiyaa 5:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Sababiin isaas, guutummaan Seerichaa ajaja tokko, jechuunis ajaja, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu keessatti walitti qabameera.

  • Yaaqoob 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Akka Kitaabonni Qulqulluun jedhanitti, seera mootii isa, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu hojii irra kan oolchitan yoo taʼe gaarii gochaa jirtu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi