Luqaas 6:27, 28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 “Warri amma dhaggeeffachaa jirtan garuu ani isiniin nan jedha, diinota keessan jaallachuu fi warra isin jibbaniif gaarii gochuu keessan itti fufaa;+ 28 warra isin abaaran eebbisuu fi warra isin salphisaniif kadhachuu keessan itti fufaa.+ Hojii Ergamootaa 7:60 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 60 Achiis jilbeenfatee sagalee guddaadhaan, “Yaa Yihowaa,* cubbuu kana isaanitti hin lakkaaʼin”+ jedhee iyye. Erga kana jedhee booda ni duʼe.* Roomaa 12:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Warra isin ariʼatan eebbisuu keessan itti fufaa;+ isaan eebbisaa malee hin abaarinaa.+
27 “Warri amma dhaggeeffachaa jirtan garuu ani isiniin nan jedha, diinota keessan jaallachuu fi warra isin jibbaniif gaarii gochuu keessan itti fufaa;+ 28 warra isin abaaran eebbisuu fi warra isin salphisaniif kadhachuu keessan itti fufaa.+
60 Achiis jilbeenfatee sagalee guddaadhaan, “Yaa Yihowaa,* cubbuu kana isaanitti hin lakkaaʼin”+ jedhee iyye. Erga kana jedhee booda ni duʼe.*