Yaaqoob 3:9, 10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Arraba keenyaan Abbaa keenya Yihowaa* ni jajanna; arrabuma kanaanis namoota akka “fakkaattii Waaqayyootti”+ uumaman ni abaarra. 10 Eebbii fi abaarsi afaanuma tokko keessaa baʼu. Yaa obboloota koo, wantoonni kun taʼuu hin qaban.+
9 Arraba keenyaan Abbaa keenya Yihowaa* ni jajanna; arrabuma kanaanis namoota akka “fakkaattii Waaqayyootti”+ uumaman ni abaarra. 10 Eebbii fi abaarsi afaanuma tokko keessaa baʼu. Yaa obboloota koo, wantoonni kun taʼuu hin qaban.+