-
Uumama 1:26, 27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Achiis Waaqayyo, “Akka bifa+ keenyaatti, akka fakkaattii+ keenyaattis nama haa tolchinu;+ isaanis qurxummii galaanaa, uumamawwan samii irra barrisan, beeladoota, guutummaa lafaa fi bineensota loʼan warra lafa irra sochoʼan hundumaa irratti aangoo haa qabaatan”+ jedhe. 27 Waaqayyos akka bifa isaatti nama ni uume; akka bifa Waaqayyootti isa ni uume; dhiiraa fi dubartii godhees isaan ni uume.+
-