LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 7:59, 60
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 59 Utuma isaan dhagaadhaan isa tumaa jiranii Isxifaanos, “Yaa Gooftaa Yesuus, hafuura koo fudhadhu” jedhee kadhate. 60 Achiis jilbeenfatee sagalee guddaadhaan, “Yaa Yihowaa,* cubbuu kana isaanitti hin lakkaaʼin”+ jedhee iyye. Erga kana jedhee booda ni duʼe.*

  • Roomaa 12:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Warra isin ariʼatan eebbisuu keessan itti fufaa;+ isaan eebbisaa malee hin abaarinaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi