Leewwota 19:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “‘Ilmaan saba keetii irratti haaloo hin baʼin+ yookiin haaloo itti hin qabatin; nama akka ofii keetti jaalladhu.+ Ani Yihowaa dha. Maatewos 22:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Ajajni inni lammataas kanaa wajjin wal fakkaata; innis, ‘Nama* akka ofii keetti jaalladhu’+ jedha. Maarqos 12:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Ajajni inni lammataas, ‘Nama* akka ofii keetti jaalladhu’+ kan jedhu dha. Ajajni ajajawwan kana irra caalu kan biraan hin jiru.” Luqaas 10:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Namichis deebisee, “‘Waaqa kee Yihowaa* garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan, sammuu kee guutuudhaanis jaalladhu,’+ akkasumas ‘nama* akka ofii keetti jaalladhu’”+ jedhe. Roomaa 13:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Seerri, “Hin ejjin,+ hin ajjeesin,+ hin hatin,+ hin gomjaʼin”+ jedhus taʼe, ajajni kan biraan kam iyyuu ajaja, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu keessatti walitti qabamaniiru.
18 “‘Ilmaan saba keetii irratti haaloo hin baʼin+ yookiin haaloo itti hin qabatin; nama akka ofii keetti jaalladhu.+ Ani Yihowaa dha.
39 Ajajni inni lammataas kanaa wajjin wal fakkaata; innis, ‘Nama* akka ofii keetti jaalladhu’+ jedha.
31 Ajajni inni lammataas, ‘Nama* akka ofii keetti jaalladhu’+ kan jedhu dha. Ajajni ajajawwan kana irra caalu kan biraan hin jiru.”
27 Namichis deebisee, “‘Waaqa kee Yihowaa* garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan, humna kee guutuudhaan, sammuu kee guutuudhaanis jaalladhu,’+ akkasumas ‘nama* akka ofii keetti jaalladhu’”+ jedhe.
9 Seerri, “Hin ejjin,+ hin ajjeesin,+ hin hatin,+ hin gomjaʼin”+ jedhus taʼe, ajajni kan biraan kam iyyuu ajaja, “Nama* akka ofii keetti jaalladhu”+ jedhu keessatti walitti qabamaniiru.