LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 10:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Yaa Israaʼel, Waaqni kee Yihowaan maal si irraa barbaada?+ Wanti inni si irraa barbaadu, Waaqa kee Yihowaa akka sodaattu,+ daandiiwwan isaa hundumaa irra akka deemtu,+ akka isa jaallattu, garaa kee guutuu fi lubbuu* kee guutuudhaan Waaqa kee Yihowaa akka tajaajiltu,+

  • Keessa Deebii 11:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 “Isin ajajawwan koo warra ani harʼa isin ajaju dhimmitanii yoo eegdan, Waaqa keessan Yihowaa yoo jaallattan, garaa keessan guutuu fi lubbuu* keessan guutuudhaanis isa yoo tajaajiltan,+

  • Keessa Deebii 30:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Ati Waaqa kee Yihowaa garaa kee guutuu fi lubbuu* kee guutuudhaan akka jaallattuuf, akkasumas lubbuudhaan akka jiraattuuf,+ Waaqni kee Yihowaan garaa kee fi garaa sanyii keetii ni qulqulleessa.*+

  • Maatewos 22:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Innis akkana isaan jedhe: “‘Waaqa kee Yihowaa* garaa kee guutuudhaan, lubbuu* kee guutuudhaan, sammuu kee guutuudhaan jaalladhu.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi