Iyyoob 28:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Namaanis akkana jedhe: ‘Kunoo, Yihowaa sodaachuun ogummaa dha,+Wanta hamaa irraa deebiʼuunis hubannaa dha.’”+ Faarfannaa 111:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yihowaa sodaachuun jalqaba ogummaa ti.+ ש [Siin] Warri ajajawwan isaa* eegan hundi hubannaa akka qaban argisiisu.+ ת [Taaw] Jajamuun isaa bara baraaf jabaatee dhaabbata. Fakkeenya 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yihowaa sodaachuun* jalqaba beekumsaa ti.+ Gowwoonni garuu ogummaa fi adaba ni tuffatu.+
28 Namaanis akkana jedhe: ‘Kunoo, Yihowaa sodaachuun ogummaa dha,+Wanta hamaa irraa deebiʼuunis hubannaa dha.’”+
10 Yihowaa sodaachuun jalqaba ogummaa ti.+ ש [Siin] Warri ajajawwan isaa* eegan hundi hubannaa akka qaban argisiisu.+ ת [Taaw] Jajamuun isaa bara baraaf jabaatee dhaabbata.