Baʼuu 37:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Warqii qulqulluu irraa qadaada ni tolche.+ Qadaadichi dheerinni isaa dhundhuma lamaa fi walakkaa, dalgi isaa immoo dhundhuma tokkoo fi walakkaa ture.+ 1 Seenaa Baraa 28:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Achiis Daawit pilaanii+ ijaarsa barandaa+ sanaa fi kutaawwan manichaa, kutaawwan mana kuusaa, kutaawwan baaxii irraa, kutaawwan warra keessaa fi mana qadaadni araaraa+ keessa kaaʼamuu* ilma isaa Solomooniif ni kenne.
6 Warqii qulqulluu irraa qadaada ni tolche.+ Qadaadichi dheerinni isaa dhundhuma lamaa fi walakkaa, dalgi isaa immoo dhundhuma tokkoo fi walakkaa ture.+
11 Achiis Daawit pilaanii+ ijaarsa barandaa+ sanaa fi kutaawwan manichaa, kutaawwan mana kuusaa, kutaawwan baaxii irraa, kutaawwan warra keessaa fi mana qadaadni araaraa+ keessa kaaʼamuu* ilma isaa Solomooniif ni kenne.