LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 16:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Ani duumessa+ keessatti qadaadicha gubbaatti waanan mulʼadhuuf,+ inni akka hin duuneef+ golgicha+ keessa gara iddoo qulqulluutti,+ jechuunis gara qadaada isa Taaboticha irra jiru fuulleetti yeruma barbaadetti akka hin seenne obboleessa kee Aaronitti himi.

  • Leewwota 16:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 “Dhiiga jibicha sanaa irraa muraasa fuudhee+ qadaadicha fuulduratti kallattii bahaatti quba isaatiin ni facaasa; dhiiga sana irraa muraasa isaa immoo qadaadicha fuulduratti quba isaatiin siʼa torba ni facaasa.+

  • 1 Seenaa Baraa 28:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Achiis Daawit pilaanii+ ijaarsa barandaa+ sanaa fi kutaawwan manichaa, kutaawwan mana kuusaa, kutaawwan baaxii irraa, kutaawwan warra keessaa fi mana qadaadni araaraa+ keessa kaaʼamuu* ilma isaa Solomooniif ni kenne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi