-
Leewwota 26:41, 42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
41 Anis gara biyya diinota isaaniitti isaan fidee+ isaaniin nan morma.+
“‘Tarii garaan isaanii inni didaan gad ni qabama taʼa;+ isaanis gatii balleessaa isaanii ni kaffalu taʼa. 42 Anis kakuu koo isan Yaaqoobii wajjin galee+ fi kakuu koo isan Yisihaaqii wajjin gale nan yaadadha;+ akkasumas kakuu koo isan Abrahaamii wajjin gale nan yaadadha;+ biyyattiis nan yaadadha.
-