LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 27:41, 42
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Esaawu garuu abbaan isaa Yaaqoobiin waan eebbiseef, ija diinummaatiin Yaaqoobiin ilaaluu jalqabe;+ garaa isaattis, “Duuti abbaa kootii dhihaateera.*+ Sana booda obboleessa koo Yaaqoobiin nan ajjeesa” jedhee yaada ture. 42 Ribqaan wanti ilmi ishii inni angafaa Esaawu dubbate yommuu itti himamu, yeruma sana ilma ishii isa quxisuu Yaaqoobitti ergitee erga waamsistee booda akkana isaan jette: “Kunoo, obboleessi kee Esaawu si ajjeesuudhaan haaloo baʼuuf karoorfateera.*

  • Lakkoofsa 20:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Inni garuu ammas, “Hin darbitan”+ isaaniin jedhe. Achiis Edoom namoota hedduu fi raayyaa waraanaa* cimaa qabatee isaan loluuf gad ni baʼe. 21 Akka kanaan Edoom Israaʼel biyya isaa keessa akka darbu isaaf heyyamuu dide; kanaafuu, Israaʼel isa irraa ni deebiʼe.+

  • Faarfannaa 83:4-6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 “Maqaan Israaʼel kana booda akka hin yaadatamnetti,

      Kottaa, sabicha haa balleessinu” jedhu.+

       5 Tokko taʼanii tooftaa qopheessu;*

      Si mormuudhaan walii galtee* uumaniiru;+

       6 Dunkaanonni Edoom, Ishmaaʼelonni, Moʼaab,+ Haggaaronni,+

  • Faarfannaa 137:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yaa Yihowaa,

      Guyyaa Yerusaalem kuftetti wanta Edoomonni,

      “Ishii diigaa! Hamma buʼuurawwan ishiitti ishii diigaa!”+ jechuudhaan dubbatan yaadadhu.

  • Yooʼel 3:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Gibxiin garuu ni onti,+

      Edoomis lafa onaa ni taati,+

      Sababiin isaas, isaan saba Yihudaa irratti hammina raawwataniiru,+

      Biyya isaa keessattis dhiiga qulqulluu dhangalaasaniiru.+

  • Amoos 1:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yihowaan akkana jedha:

      ‘Fincila Edoom siʼa sadii,+ eeyyee, siʼa afur raawwateen kan kaʼe, ani wantan murteesse hin jijjiiru;

      Sababiin isaas, inni obboleessa isaa goraadeedhaan ariʼeera,+

      Gara laafina argisiisuus dideera;

      Aarii isaatiin garaa jabaatee isaan ciccireera,

      Isaanitti dheekkamuu isaas ittuma fufe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi