Uumama 35:28, 29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Yisihaaq waggaa 180 jiraate.+ 29 Achiis Yisihaaq hafuura isaa isa dhumaa baafate; bara dheeraa fi jireenya gammachuu qabu jiraatee duʼe; gara saba isaattis walitti qabame;* ilmaan isaa Esaawuu fi Yaaqoobis isa awwaalan.+
28 Yisihaaq waggaa 180 jiraate.+ 29 Achiis Yisihaaq hafuura isaa isa dhumaa baafate; bara dheeraa fi jireenya gammachuu qabu jiraatee duʼe; gara saba isaattis walitti qabame;* ilmaan isaa Esaawuu fi Yaaqoobis isa awwaalan.+