LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 2:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kanaafuu, nuti daandii Arabaa, Eelaatii fi Eexiyoon Geber irraa fagaannee,+ sanyii Esaawu warra obboloota keenya taʼanii fi Seʼiir keessa jiraachaa jiran sana bira ni darbine.+

      “Sana booda deebinee karaa lafa onaa Moʼaab irra deemne.+

  • Abbootii Murtii 11:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Isaan yommuu lafa onaa keessa deemanitti, biyya Edoomii+ fi biyya Moʼaab irraa goranii darban. Biyya Moʼaab+ irraa kallattii bahaatiin imalanii naannoo Arnoon keessa buufatan; Arnoon daangaa Moʼaab+ waan turteef isaan daangaa Moʼaab keessa hin seenne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi