-
2 Saamuʼel 10:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Yeroo booda Amoononni Daawit biratti akka waan xiraaʼaatti ilaalamuu isaanii hubatan; kanaafuu, Amoononni ergamtoota erganii namoota Sooriyaa warra Beet Rehoobii+ fi warra Zoobaa+ keessaa loltoota lafoo 20,000, mootii Maʼaakaa+ namoota 1,000 wajjin, akkasumas Ishtoob* keessaa namoota 12,000 mindeeffatan.+
-
-
Isaayyaas 7:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Achiis, “Sooriyaan Efreemii wajjin tokkummaa uumteetti” jedhamee mana Daawititti himame.
Garaan Akaazii fi garaan uummata isaas, akkuma mukeetiin bosonaa qilleensaan raafamanitti raafamuu jalqabe.
-
-
Isaayyaas 7:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Sababiin isaas, Sooriyaan Efreemii fi ilma Remaaliyaa wajjin taatee akkana jettee si miidhuuf mala qopheessiteetti:
-