2 Saamuʼel 8:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Namoonni Sooriyaa warri Damaasqoo+ keessa jiran Hadaadʼezeer mootii Zoobaa gargaaruuf yommuu dhufan, Daawit namoota Sooriyaa keessaa 22,000 ajjeese.+
5 Namoonni Sooriyaa warri Damaasqoo+ keessa jiran Hadaadʼezeer mootii Zoobaa gargaaruuf yommuu dhufan, Daawit namoota Sooriyaa keessaa 22,000 ajjeese.+