2 Seenaa Baraa 20:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Boodas Moʼaabonnii+ fi Amoononni,+ Amoonimoota* muraasaa wajjin Yoshaafaax irratti waraana banuuf ni dhufan. 2 Seenaa Baraa 20:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Ammas namoonni Amoon, namoonni Moʼaabii fi namoonni naannoo gaarotaa Seʼiir+ warri ati yommuu Israaʼelonni biyya Gibxiitii baʼanitti akka isaan weeraran hin heyyamneef sun as jiru. Israaʼelonni isaan dhiisaniiru; isaan hin balleessines.+
20 Boodas Moʼaabonnii+ fi Amoononni,+ Amoonimoota* muraasaa wajjin Yoshaafaax irratti waraana banuuf ni dhufan.
10 Ammas namoonni Amoon, namoonni Moʼaabii fi namoonni naannoo gaarotaa Seʼiir+ warri ati yommuu Israaʼelonni biyya Gibxiitii baʼanitti akka isaan weeraran hin heyyamneef sun as jiru. Israaʼelonni isaan dhiisaniiru; isaan hin balleessines.+