LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 3:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Israaʼelonnis Egloon mootii Moʼaab waggaa 18f ni tajaajilan.+

  • 2 Saamuʼel 8:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Inni Moʼaabota ni moʼe;+ achiis lafa irra akka ciciisan erga godhee booda wadaroodhaan isaan safare. Harka sadii keessaa harka lama kan taʼan ajjeesuuf, harka sadii keessaa harka tokko kan taʼan immoo lubbuudhaan hambisuuf isaan safare.+ Moʼaabonnis tajaajiltoota Daawit ni taʼan; gibiras isaaf fiduu jalqaban.+

  • Faarfannaa 83:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Sababiin isaas, kunoo diinonni kee wacaa jiru;+

      Warri si jibbanis gocha of tuulummaa raawwachaa* jiru.

  • Faarfannaa 83:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Dunkaanonni Edoom, Ishmaaʼelonni, Moʼaab,+ Haggaaronni,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi