LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 24:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Ani isa nan ilaala, garuu amma miti;

      Ani isa nan arga; garuu yeroo dhihootti miti.

      Urjiin+ tokko Yaaqoob keessaa ni baʼa,

      Uleen mootiis+ Israaʼel keessaa ni kaʼa.+

      Inni dhugumaan adda Moʼaab,*

      Buqqee mataa ilmaan jeequmsaa hundumaas ni caccabsa.+

  • Abbootii Murtii 3:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Yeroo sanatti Moʼaabota+ ciccimoo fi gootota taʼan 10,000 ni ajjeesan; namni tokko illees hin miliqne.+

  • 1 Saamuʼel 14:47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Saaʼolis Israaʼel irratti mootummaa isaa ni cimsate; diinota isaa kallattii hundumaatiin jiran jechuunis, Moʼaabota,+ Amoonota,+ Edoomota,+ mootota Zoobaa+ fi Filisxeemota+ ni waraane; bakka deeme hundumaattis isaan injifata ture.

  • Faarfannaa 60:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Moʼaab miʼa dhiqannaa koo ti.+

      Edoom irratti kophee koo nan darbadha.+

      Filisxeem irrattis miira injifannootiin nan iyya.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi