LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 8:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Inni Moʼaabota ni moʼe;+ achiis lafa irra akka ciciisan erga godhee booda wadaroodhaan isaan safare. Harka sadii keessaa harka lama kan taʼan ajjeesuuf, harka sadii keessaa harka tokko kan taʼan immoo lubbuudhaan hambisuuf isaan safare.+ Moʼaabonnis tajaajiltoota Daawit ni taʼan; gibiras isaaf fiduu jalqaban.+

  • 1 Seenaa Baraa 18:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Achiis Moʼaabota ni moʼe;+ Moʼaabonnis tajaajiltoota Daawit ni taʼan; gibiras isaaf fiduu jalqaban.+

  • Faarfannaa 108:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Moʼaab miʼa dhiqannaa koo ti.+

      Edoom irratti kophee koo nan darbadha.+

      Filisxeem irrattis miira injifannootiin nan iyya.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi