-
Lakkoofsa 24:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Ani isa nan ilaala, garuu amma miti;
Ani isa nan arga; garuu yeroo dhihootti miti.
-
-
2 Saamuʼel 8:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Inni Moʼaabota ni moʼe;+ achiis lafa irra akka ciciisan erga godhee booda wadaroodhaan isaan safare. Harka sadii keessaa harka lama kan taʼan ajjeesuuf, harka sadii keessaa harka tokko kan taʼan immoo lubbuudhaan hambisuuf isaan safare.+ Moʼaabonnis tajaajiltoota Daawit ni taʼan; gibiras isaaf fiduu jalqaban.+
-