1 Saamuʼel 12:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Haa taʼu malee, isaan Waaqa isaanii Yihowaa waan irraanfataniif, inni harka Siseeraa+ isa ajajaa raayyaa waraanaa Hazoor taʼetti, harka Filisxeemotaattii+ fi harka mootii Moʼaabitti+ dabarsee isaan gurgure;+ isaanis isaan ni waraanan.
9 Haa taʼu malee, isaan Waaqa isaanii Yihowaa waan irraanfataniif, inni harka Siseeraa+ isa ajajaa raayyaa waraanaa Hazoor taʼetti, harka Filisxeemotaattii+ fi harka mootii Moʼaabitti+ dabarsee isaan gurgure;+ isaanis isaan ni waraanan.