Lakkoofsa 24:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Israaʼel onnachuu isaa yommuu argisiisutti,Edoom dhaala,+Eeyyee, Seʼiir+ dhaala diinota isaa ni taʼa.+ 2 Saamuʼel 8:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Inni Edoom keessatti buufatawwan loltootaa ni hundeesse. Guutummaa Edoom keessatti buufatawwan loltootaa ni hundeesse; Edoomonni hundis tajaajiltoota Daawit taʼan.+ Yihowaan bakka Daawit dhaqu hundumaatti injifannoo* isaaf kenna ture.+
18 Israaʼel onnachuu isaa yommuu argisiisutti,Edoom dhaala,+Eeyyee, Seʼiir+ dhaala diinota isaa ni taʼa.+
14 Inni Edoom keessatti buufatawwan loltootaa ni hundeesse. Guutummaa Edoom keessatti buufatawwan loltootaa ni hundeesse; Edoomonni hundis tajaajiltoota Daawit taʼan.+ Yihowaan bakka Daawit dhaqu hundumaatti injifannoo* isaaf kenna ture.+