Uumama 36:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaafuu, Esaawu naannoo gaarotaa Seʼiir+ keessa jiraachuu jalqabe. Esaawu Edoom jedhamees ni waamama.+ Iyyaasuu 24:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Yisihaaqiif immoo Yaaqoobii fi Esaawuun nan kenne.+ Boodas, Esaawuuf Gaara Seʼiir dhaalaan nan kenne;+ Yaaqoobii fi ilmaan isaa immoo gara Gibxiitti gad ni buʼan.+
8 Kanaafuu, Esaawu naannoo gaarotaa Seʼiir+ keessa jiraachuu jalqabe. Esaawu Edoom jedhamees ni waamama.+
4 Yisihaaqiif immoo Yaaqoobii fi Esaawuun nan kenne.+ Boodas, Esaawuuf Gaara Seʼiir dhaalaan nan kenne;+ Yaaqoobii fi ilmaan isaa immoo gara Gibxiitti gad ni buʼan.+