Faarfannaa 2:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Saboonni kan jeeqaman,Namoonnis wantoota duwwaa taʼanitti kan gunguman* maaliifi?+ 2 Mootonni lafaa iddoo iddoo isaanii qabatanii,Abbootiin taayitaa ol aanoonis tokko taʼanii walitti qabamanii,*+Yihowaa irrattii fi isa inni dibe*+ irratti kaʼaniiru.
2 Saboonni kan jeeqaman,Namoonnis wantoota duwwaa taʼanitti kan gunguman* maaliifi?+ 2 Mootonni lafaa iddoo iddoo isaanii qabatanii,Abbootiin taayitaa ol aanoonis tokko taʼanii walitti qabamanii,*+Yihowaa irrattii fi isa inni dibe*+ irratti kaʼaniiru.