Maatewos 27:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yommuu bariʼus, dura buutonni lubootaa fi maanguddoonni sabichaa hundi Yesuusiin ajjeesuuf isa irratti mariʼatan.+ 2 Erga isa hidhanii boodas, geessanii Philaaxos isa bulchaa taʼetti dabarsanii isa kennan.+ Luqaas 23:10, 11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa garuu, achuma dhaabbatanii cimsanii isa himachuu isaanii itti fufan. 11 Achiis Heroodis loltoota isaa wajjin taʼee isa salphise;+ uffata bareedaa itti uwwisuudhaan erga isatti qoosee+ booda deebisee gara Philaaxositti isa erge. Mulʼata 19:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Anis bineensichi, mootonni lafaa fi raayyaan isaanii, isa farda irra taaʼee fi raayyaa isaa irratti waraana banuuf walitti qabamanii nan arge.+
27 Yommuu bariʼus, dura buutonni lubootaa fi maanguddoonni sabichaa hundi Yesuusiin ajjeesuuf isa irratti mariʼatan.+ 2 Erga isa hidhanii boodas, geessanii Philaaxos isa bulchaa taʼetti dabarsanii isa kennan.+
10 Dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa garuu, achuma dhaabbatanii cimsanii isa himachuu isaanii itti fufan. 11 Achiis Heroodis loltoota isaa wajjin taʼee isa salphise;+ uffata bareedaa itti uwwisuudhaan erga isatti qoosee+ booda deebisee gara Philaaxositti isa erge.
19 Anis bineensichi, mootonni lafaa fi raayyaan isaanii, isa farda irra taaʼee fi raayyaa isaa irratti waraana banuuf walitti qabamanii nan arge.+