Maarqos 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Akkuma bariʼeenis, dura buutonni lubootaa, maanguddoonnii fi barsiisonni seeraa, jechuunis guutummaan yaaʼii Saanhedriin erga waliin mariʼatanii booda, Yesuusiin hidhanii geessanii Philaaxositti dabarsanii isa kennan.+ Luqaas 22:66 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 66 Yommuu bariʼus, yaaʼiin maanguddoota sabichaa, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa walitti qabamanii+ gara galma yaaʼii Saanhedriinitti isa geessanii,
15 Akkuma bariʼeenis, dura buutonni lubootaa, maanguddoonnii fi barsiisonni seeraa, jechuunis guutummaan yaaʼii Saanhedriin erga waliin mariʼatanii booda, Yesuusiin hidhanii geessanii Philaaxositti dabarsanii isa kennan.+
66 Yommuu bariʼus, yaaʼiin maanguddoota sabichaa, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa walitti qabamanii+ gara galma yaaʼii Saanhedriinitti isa geessanii,