LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 2:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Mootonni lafaa iddoo iddoo isaanii qabatanii,

      Abbootiin taayitaa ol aanoonis tokko taʼanii walitti qabamanii,*+

      Yihowaa irrattii fi isa inni dibe*+ irratti kaʼaniiru.

  • Maatewos 27:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yommuu bariʼus, dura buutonni lubootaa fi maanguddoonni sabichaa hundi Yesuusiin ajjeesuuf isa irratti mariʼatan.+

  • Maarqos 15:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Akkuma bariʼeenis, dura buutonni lubootaa, maanguddoonnii fi barsiisonni seeraa, jechuunis guutummaan yaaʼii Saanhedriin erga waliin mariʼatanii booda, Yesuusiin hidhanii geessanii Philaaxositti dabarsanii isa kennan.+

  • Hojii Ergamootaa 4:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Mootonni lafaa iddoo iddoo isaanii qabataniiru; bulchitoonnis tokko taʼanii walitti qabamanii Yihowaa* irrattii fi isa inni dibe* irratti kaʼaniiru.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi