Uumama 17:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Kana booda maqaan kee Abraam* hin jedhamu; ani abbaa saboota hedduu waanan si godhuuf maqaan kee Abrahaam* jedhama. Uumama 46:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Intala isaa Diinaa+ dabalatee kanneen kun ilmaan Liyaan Phaadaan Aaraam keessatti Yaaqoobiif deesse dha. Ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa isaa* walumaa galatti 33 turan. Uumama 46:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ilmaan Raahel haadha manaa Yaaqoob Yoseefii+ fi Biiniyaam+ turan. 1 Seenaa Baraa 2:1, 2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ilmaan Israaʼel+ kanneen kana turan: Ruuben,+ Simiʼoon,+ Leewwii,+ Yihudaa,+ Yisaakor,+ Zaabiloon,+ 2 Daan,+ Yoseef,+ Biiniyaam,+ Niftaalem,+ Gaadii+ fi Asheer.+
5 Kana booda maqaan kee Abraam* hin jedhamu; ani abbaa saboota hedduu waanan si godhuuf maqaan kee Abrahaam* jedhama.
15 Intala isaa Diinaa+ dabalatee kanneen kun ilmaan Liyaan Phaadaan Aaraam keessatti Yaaqoobiif deesse dha. Ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa isaa* walumaa galatti 33 turan.
2 Ilmaan Israaʼel+ kanneen kana turan: Ruuben,+ Simiʼoon,+ Leewwii,+ Yihudaa,+ Yisaakor,+ Zaabiloon,+ 2 Daan,+ Yoseef,+ Biiniyaam,+ Niftaalem,+ Gaadii+ fi Asheer.+