LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 29:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Liyaan ulfooftee ilma ni deesse; ishiin, “Yihowaan dhiphina koo argeera;+ amma abbaan manaa koo na jaallata” jettee maqaa isaa Ruuben*+ jettee moggaaste.

  • Uumama 49:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “Ruuben,+ ati ilma angafaa koo ti;+ jabina koo fi firii jalqaba jabina kootii tis; ulfina guddaa fi humna guddaa qabda turte. 4 Ati akkuma bishaan jeeqamuutti of eeggataa waan hin taaneef, ol aantummaa hin qabaattu; sababiin isaas, siree abbaa keetti ol baateetta.+ Yeroo sanatti siree koo xureessiteetta.* Inni dhugumaan siree kootti ol baʼeera!

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi