Uumama 31:53 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 53 Waaqni Abrahaamii+ fi Waaqni Naahor, Waaqni abbaa isaanii nu gidduutti murtii haa kennu.” Yaaqoobis isa abbaan isaa Yisihaaq sodaatu*+ sanaan ni kakate.
53 Waaqni Abrahaamii+ fi Waaqni Naahor, Waaqni abbaa isaanii nu gidduutti murtii haa kennu.” Yaaqoobis isa abbaan isaa Yisihaaq sodaatu*+ sanaan ni kakate.